Dammituu Tolaa Atoomsaatiin; Imaanaa Bayyanaa (PhD; Jeelaan Amaan (PhD)
(Haramaya University, 2023-04)
Qorannoo kana geggeessuu keessatti malli akkamtaa hojiirra ooleera. Hirmaattonni qorannoo kanaas maanguddoota aadaa hawaasichaa wajjin wal beekan, ijoollee/Daa’imman dhiiraafi shamarran, barsiisota afaan Oromoo manneen ...