Firoomsaa Toleeraatiin; Imaanaa Bayyanaa (PhD); Fiqaaduu Baldaa
(Haramaya University, 2023-06)
Qorannoon kun dhimma qaaccessa afwalaloowwan Oromoo kunuunsa naannoo jajjabeessan kan Aanaa Soofii irratti xiyyeeffachuun kan dhiyeessedha. Kaayyoon gooroo qorannichaa qaaccessa afwalaloowwan Oromoo kunuunsa naannoo ...