Waaqjiraa Adal, Insarmuu; Amaaniifi, Dr.Jeeylaan
(Haramaya university, 2021-08)
Duraan dursee waaqayyo isa waan hundaa keessa nadabarsee sadarkaa kanaan na gaheef galanni
koo daangaa hinqabu.Dabalataan abbaafii haadhakoo mana barumsaa nagalchanii akka ani
walaallummaa keessatti hin hafne nataasisaniif ...