Waaqoo Ayyaanaa, Fayyeeraa; Amaan (PhD), Jeeyilaan; Bayyanaa(PhD), Imaanaa
(2019-07)
Ka’umsi qorannoo kanaa hir’achaa dhufuu sirba gubaa xomboraafi sirna barnootaa keessatti xiyyeeffannon dhabuudha.Kaayyoon qorannoo kanaa qaaccessa ergaa sirba gubaa xomboraa Godina Horroo Guduruu Aanaa Jaardagaa Jaartee ...