Xaayituu Xaafaa Bariisoo; Pro. Muhaammad Abdoo; Pro. Taaddalaa Dheereessaatiif
(Haramaya University, 2024-06)
Qorannoon kun Afoola Asoosamoota Kudhaama Jaalalaa fi Imaanaa Imaltuu keessatti argaman
xiinxaluu irratti kan xiyyeeffateedha. Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa afoolota asoosamoota kanneen keessatti argaman xiinxaluun ...