Zallaqee Woldemikaa’el, Mallasee
(Haramaya University, 2019-08)
Kaayyoo qorannoo kanaa qaaccessa qabiyyee sirba Garmaama Masqalaa Godina Jimmaa Aanaa Noonnoo Beenjaa irratti kan gaggeeffamedha.Qorannoo kana akkan irratti gaggeessu wanti ka’umsa ta’e sirbi Garmaamaa Masqalaa bifa ho’aafi ...