Milkeessaa Xuurii, Ifaa; Abdoo, Muhaammad; (PhD) Bayyanaa, Imaanaa
(Haramaya university, 2020-01)
Qorannoon kun xiinxala yaadayoodalagaalee barreessuu kitaaba barataaa barnoota Afaan Oromoo kutaa 11ffaairratti xiyyeeffate.Qorannicha keessatti, mala qorannoo walmakaatti dhimma bahame. Malli ragaaleen ittiin funaanaman ...