Abdiisaa Hulluqaa, Biqilaa; Amaanfi, Dr. Jeilan; Abdoo, Mohaammed
(Yuunivarsiitii Haramaayaa, 2018-04)
Qorannoon kun Ogafaan asoosamoota Afaan Oromoo ‘Hawwii’, ‘Yeroon Siif Haadhiistuufi ‘Yoomii Laataa?’ keessatti argaman qaaccessuurratti kan xiyyeeffatedha. Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa Ogafaan asoosamoota ibasaman keessatti ...