Milkeessaa Xuurii, Ifaa; Abdoo, (Pirofe) Muhaammad; Bayyanaa, (PhD) Imaanaa
(Haramaya university, 2020-03)
Qorannoon kun xiinxala yaadayoo dalagaalee barreessuu kitaaba barataaa barnoota Afaan Oromoo kutaa 11ffaa irratti xiyyeeffate. Qorannicha keessatti, mala qorannoo walmakaatti dhimma bahame. Malli ragaaleen ittiin funaanaman ...