Mashaallaatiin, Zeynabaa; Amaan (PhD), Jeeyilaan; Abdoo, Mahammad
(Haramaya University, 2019-08)
Qorannoon kun mata duree qaaccessa mammaaksota Oromoo gaarummaa dubartootaa ibsan aanaa Haramaayaa irratti kan xiyyeeffate. Kaayyoo gooroo qorannoo kanaas, mammaaksota Oromoo gaarummaa dubartootaa ibsan qaaccessuudha. ...