Sa’id, Awwal(MA); Amaan, Jeeylaan(PhD); Abdoo, Muhaammad(Piroof)
(2021-05)
Qorannoon kun Xiinxala Ergaafi Qabiyyee Sirba Heellamaa Oromoo Harargee
Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaa Araddoota Filaman keessatti argamu
qaacceessuu irratti kan xiyyeefatuudha. Kaayyoon inni guddaan qorannoo kanaa ...