Baanjuu Fufaa, Girmaa
(Yuunivarsiitii Haramaayaa, 2018-11)
Qorannoo kun ibsaafi hiika fakkoommii meeshaalee ulfoo aadaa Oromoo Gujii Aanaa Galaanaa ibsuufi xinxaluu irratti xiyyeeffata. Gosti qorannoo kanaa qorannoo Akkamtaa ibsaa yoo ta’uu, maddi ragaalee sadarkaa tokkoffaafi ...