Kamaaloo, Amaan(MA); Abdoo, Mahaammad (Asst.Pro); Bayyanaa, Imaana(PhD)
(2021-06)
Qorannoon kun mataa duree Mammaaksota Abshaalummaa Agarsisan Qaacceessuu ta‟ee Godina Arsii Aana Martii irratti kan xiyyeeffateedha. Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa mammaaksota abshaalummaa agarsiisan manguddoota iddattoo ...