MAAMMITUU GAARRADOO DAMISSEETIIN; Dr.Immaana Bayyaanaa (PHD); Dr.Jeeylaan Amaan (PHD)
(Haramaya University, 2024-04)
Kaayyoo guddaan qorannoo kanaa tooftaalee( mala) hubannoon dubbisuu barattoota kutaa 10ffaa
barnoota Afaan Oromoo Mana Barumsaa Calanqoo Sad. 2ffaa qacceesuun furmaata kaa‟uudha.
Kayyooleen gooree qorannoo kanaa immoo ...