Nutinuuf Balaayinaatiin
(Haramaya University, 2024-05)
Ka’umsi qorannoo kanaa gahee falaasamni hawaasa Oromoo mirriissa guuza galaa keessa
jiru gara ijaarsa hawaasummaafi diinagdee keessatti qabu guddaa tahee osoo jiruu
xiyyeeffannoon kennameefi qorannoon gaggeeffame jiraachuu ...