Yoonaas Mulaatuu; (Gargaara Pirof) Muhammad Abdoo; (PhD) Imaanaa Bayyanaa
(Haramaya University, 2022-05)
Mata dureen qorannoo kanaa, “Qaaccessa Walaloowwan dandeettiwwan afaanii barsiisuu
keessatti xiinxaluu yommuu ta’u, qorannichi kitaaba barataa barnoota Afaan Oromoo kutaalee
saglaffaa fi kurnaffaa jiran irratti ...