Imaam Abdallaa, Muniiraa; Abdoo, (Piroof) Muhaammad; Bayyanaa, (PhD) Imaanaa
(Yuunivarsiitii Haramaayaa, Haramaayaa, 2022-04)
Mammaaksi afoola Oromoo keessaa isa tokko ta’ee jiruuf jireenya hawaasaa keessatti
wantoota mudatan haala garagaraan ibsuuf kan dhimma itti bahamudha. Qorannoo kanaaf
ka’umsa kan ta’e, dubartoonni dandeettiifi ogummaa ...