BIQILAA GARBII FUFAA
(Haramaya University, 2023-03)
Qorannoon kun Asoosama ‘Yoomi Laataa?’ Yaadiddama seenawaan xiinxalurraatti kan
xiyyeeffatu yoo ta’u, Ka’umsi qorannoo kanaa asoomni ‘Yoomi laataa?’ gahee seenaa gama
hawaasumman, dinagdeefi siyaasaan ture ilaalcha ...