Geetuu, Darajjee; Bayyanaafi, Dr. Imaanaa; Amaan, Dr. Jeeyilaan
(Haramaya University, 2018-12)
Qorannoon kun mata duree tajaajila weedduu mararoo dhimmoota hawaasdiinagdee keessatti godina Horroo Guduruu wallaggaa aanaa Jimmaa Gannatii irratti xiyyeeffachuun gaggeeffame. Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa tajaajilaalee ...