Kumsaa Waratii, Kibbinash; Baldaa, (Garga Pirof.) Fiqaaduu; Amaan, Dr. Jeyilaan
(Haramaya university, 2020-02)
Qorannoon kun xiinxala qabiyyee mammaaksota Oromoo dhiirotaafi dubartoota gadi qabanii kitaaba mammaaksa Oromoo Jildii 3ffaairratti bu’uureffachuun dhiyaate. Qorannoo kanaaf ka’uumsa kan ta’e, mammaaksonni Oromoo hedduun ...