Nugusee Kabbadaa, Qalamuwaa; Nugusee, Qalamuwaa
(Haramaya university, 2011-11)
Qorannoon kun xiinxala qabiyyeewwan kitaabilee barnootaa Afaan Oromoo kutaalee 6ffaafi 7ffaa ija afaan lammataa barataniif kan qophaa’e irratti xiyyeeffata. Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa qabiyyeen kitaabota kutaa 6ffaafi ...