SOORAA TAADDASAA ARADDAA
(YUUNIVARSIITII HARAMAAYAA, 2014)
Qorannoon kun dhimma Seenaa Oromoo Afran Qalloo ogafaan isaa waliin walqabsiisee kan dhiyeessedha. Kaayyoon gooroo qorannichaa qabiyyeewwan afwalaloo Oromoo Afran Qalloo Lola Calii Calanqoo galumsa Seenaa hawaasichaa ...