Tarreessaa Diriirsaa, Lammeessaa
(Yuunivarsiitii Haramaayaa, 2022)
Qorannoon kun mata duree Mil’uu Oromummaa: sirboota warraaqsaa Keekiyyaa
Badhaadha filataman keessatti jedhurratti kan gaggeeffameedha. Kaayyoo gooroon
qorannoo kanaa sirboota kanneen keessatti Oromummaan haala kamiin ...