QAACCESSA DUBBIIWWAN QOLAA KITAABA BARATAA, BARNOOTA AFAAN OROMOO KUTAALEE 11FFAAFI 12FFAA

Show simple item record

dc.contributor.author Hajjii Tukee, Hassan
dc.contributor.author Bayyanaa, (PhD) Imaanaa
dc.date.accessioned 2021-10-26T11:19:55Z
dc.date.available 2021-10-26T11:19:55Z
dc.date.issued 2020-11
dc.identifier.uri http://localhost:8080/xmlui/handle/123456789/4321
dc.description 74p. en_US
dc.description.abstract Kaayyoon Gooroo qorannoo kanaa dubbiiwwan qolaa kitaaba barnootaa afaan oromoo kutaa 11ffaafi 12ffaa keessatti argaman qaaccessuudha. Ka‟uumsi qorannoo kanaas qabiyyeewwan dubbiilee qolaa of keessaa qaban kanneen kitaabilee keessatti argaman hubachuuf waan nama rakkisaniif isaan ifa gochuun beekumsa dabaluufi. Kanumarraa ka‟uun qoratichi gaaffilee bu‟uuraa gosoota, faayidaa, qabiyyee, ciminaa fi hanqina dubbiilee qolaa kitaabilee keessatti argamanii ifa gochuudha. Kana milkeessuuf malleen qorannoo walkeessoo ta‟an mala ammamtaa fi mala akkamtaa fayyadamuun xinxala bifa lakkoofsaafi jechaan gaggeessuudhaani. Maddi raga qorannoo madda raga tokkoffaadha. Malli iddatteessuu mala iddattoo mit carraati. Meeshaan funaansa ragaalee mala sakatta‟a harshammeeti. Ragaaleen funaanamanis kaayyoo ijoo qorannichaa bu‟ureeeffachuun qoqqoodamanii qaacceffamanii jiru. Gosoonni dubbii qolaa kitaabilee keessatti argamaniis Akkasaa, Iddeessa, Nameessa, Mitihee, Arbeessaa, Anyaarseefi Habalaka yoo ta‟an , afaan barsiisuu keessatti fayyadama birooraa kan adda taasisu: Karaa hawwataa ta‟een ergaa dabarsuu, Hiika jechoonni duraan qaban irratti garmaalee olkaasuun ykn gadi buusuun dhimmoota akka gootummaa, miidhaginaa, gaarummaa, hammeenya, obsa, aarii, faaruu, tuffii, aangoo, beekumsa, mala, naasuufi diinagdee qabiyyee ogafaaniitti fayyadamuun barsiiseera. Xumurarrattis dubbiileen qolaa afaan barsiisuu keessatti dandeettii kalaqaa fi hubannoo barattootaa cimsuun isaanii hubatamee irratti hojjachuun dhalootaa dhalootatti dabarsuun barbaachisaadha en_US
dc.description.sponsorship Haramaya University en_US
dc.language.iso en en_US
dc.publisher Haramaya university en_US
dc.title QAACCESSA DUBBIIWWAN QOLAA KITAABA BARATAA, BARNOOTA AFAAN OROMOO KUTAALEE 11FFAAFI 12FFAA en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search HU-IR System


Advanced Search

Browse

My Account