QAACCESSA SIRBOOTA ARRABSOO GAA’ELAA OROMOO MACCAA AANAA HORROO

Show simple item record

dc.contributor.author Waaqjiraa Adal, Insarmuu
dc.contributor.author Amaaniifi, Dr.Jeeylaan
dc.date.accessioned 2022-03-31T06:06:22Z
dc.date.available 2022-03-31T06:06:22Z
dc.date.issued 2021-08
dc.identifier.uri http://ir.haramaya.edu.et//hru/handle/123456789/4940
dc.description 94p. en_US
dc.description.abstract Duraan dursee waaqayyo isa waan hundaa keessa nadabarsee sadarkaa kanaan na gaheef galanni koo daangaa hinqabu.Dabalataan abbaafii haadhakoo mana barumsaa nagalchanii akka ani walaallummaa keessatti hin hafne nataasisaniif nagargaaranii nabarsiisan galanni koo guddaadha. Ittii aansuun adeemsa qorannoo kana keessatti jalqabaa hanga xumuraatti nuffii tokko malee yaada bilchaataa naaf kennuun cinaakoo dhaabatanii naqajeelchaa turan Dr.Jeeylaan Amaaniifi barsiisaa Fiqaaduuu Baldaa (Ass.Per.)f galannikoo guddaadha. Kana malees galma ga‟iinsa bu‟aa qorannoo kanaa keessatti yaada bilchaataa naaf kennaa maallaqaan nadeeggaruun nacinaa dhaabbatan obboleessakoo Barsiisaa Lammeessaaa Waaqjiraafi haadha warraakoo Aadde Lalistuu Unatuu galannikoo guddaadha.Keessattuu haati warraakoo ijoolleekoo sadan Milkessaa Insarmuu, Marsimooy Insarmuufi Kennaa Insarmuu kunuunsaafi guddisa isaanii nuffii tokko malee, yaadaafi deegarsa naaf taasisteef galata guddaa qabaaf. Ijoollee koofi namoota kallattii garaagaraatiin jaalala naaf qooduun qorqalbiikoo kakaasani abdii nakeessatti horuun galma ga‟insa hojii kanaaf nacinaa turaniif galannikoo guddaadha.Dabalees namoota ragaa odeeffannoo naafkennan: jaarsolii, haadhota, shamarraniifi hojettoota waajjira aadaafi tuurizimii aanaa Horroo keesayyuu hojetaa waajjira aadaafi tuurizimii Godina Horroo Guduruu Wallaggaa tahan obbo Olaanii Waqoyyaa baay‟ee isaan galateefadha. Dhumarratti hiriyootakoo kallattii adda addaatiin nadeeggaraa turan Barsiisaa Caalaa Damee(MA), Barsiisaa Fiqaaduu Warquu(MA)fi Barsiisaa Gannanaa Damisee(MA) qorannoo kana jalqabaa hamma dhumaatti deeggarsa yaadaa gochuun waan nagargaaraniif galata guddaa isaaniif qaba en_US
dc.description.sponsorship Haramaya University en_US
dc.language.iso en en_US
dc.publisher Haramaya university en_US
dc.title QAACCESSA SIRBOOTA ARRABSOO GAA’ELAA OROMOO MACCAA AANAA HORROO en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search HU-IR System


Advanced Search

Browse

My Account