Masarat Abdataa Shindoo; (Garga Piroof), Garramuu Caalaa; (PhD) Abbabee Lammeessaa
(Haramaya University, 2024-08)
Kaayyoo gooroon Qorannoo kanaa kan irratti xiyyeeffate, Fayyadama Afaanii Kuusaa Kitaaba Walaloo
“Eenyuma Amantaa?” Yaaxxina Fayyadamummaatiin qaaccessuudha.. Ogwalaloon irra caalaa
fayyadama afaanii adda ta‟een waan ...