Fayisaa, Borsanyii; Bayyanaa, (Ph.D.) Imaanaa; Amaan, (Ph.D.) Jeeylaan
(Haramaya university, 1012-02)
Qorannoon kun mata duree ‘Xiinxala Afwalaloowwan Hojii Daboo Oromoo Maccaa, Aa-naa Nuunnuu Qumbaa’ jedhu irratti Baha Wallaggaatti geggeeffame. Afwalaloon yeroo daboo dhiyaatu hariiroofi tokkummaa hawaasaa cimsuun kaka’umsaafi ...