SIRBA FUUDHAAFI HEERUMAA:ILAALCHA KOORNIYAA OROMOOTIIN XIINXALUU, ZOONII GUJII BAHAA, AANAA GOOROO-DOOLAATTI.

Show simple item record

dc.contributor.author Margaa., Dachaasaa
dc.contributor.author Abdoo, Muhaammad
dc.date.accessioned 2018-01-28T17:32:17Z
dc.date.available 2018-01-28T17:32:17Z
dc.date.issued 2018-04
dc.identifier.uri http://localhost:8080/xmlui/handle/123456789/1341
dc.description 78p. en_US
dc.description.abstract Qorannoon kun mata duree “sirba fuudhaafi heerumaa” jedhu irratti Godina Gujii Bahaa Aanaa Gooroo-Doolaatti geggeeffame.Ka’umsi Qorannoo kanaas safuu hawaasaafi haala jiruufi jireenyaa barsiisuu keessatti dagatamaa deemuu duudhaa hawaasaa arrassoo fuudhaa heerumaati Kaayyoon qorannichaa weedduu walaloo arrassoo yeroo fuudhaaf heerumaa kana qabiyyee xixiqqaatti qoqqooduun xiinxaluufi..Kaayyoo kana galmaan ga’uuf ragaaleen qorannicha xiinxaluun madda raga tokkoffaafi madda raga lammaffaa irraa funaanama. Maloonni iddatteessuu filataman immoo mala iddetteessuu miti carraa jechuunis iddattoo darbaa dabarsaa fi akkayyoodha.Meeshaaleen funaansa ragaalee itti dhimma bahamanisafgaaffii,daawwannaafimarii gareetti Argannoowwan qorannoo kanaa;walaloo arrassootti gargaaramanii hanqina ofii foyyeffachuu, jireenya injifachuu, walqeequuf, amala gadhee dhuunfaan mul’atu to’achuuf qooda guddaa qaba.Kanneen kanaafi kana fakkaataniif waan gargaaruuf ergaa qabiyyee walaloo arrabsoo fudhaafi heerumaa akka duriitti deebisuun yoo dadhabamellee qoratanii barreeffamaan ol kaa’uun hawaasichi akka irraa baratu gochuun barbaachisaadha. en_US
dc.description.sponsorship Yuunivarsiitii Haramaayaa en_US
dc.language.iso en en_US
dc.publisher Yuunivarsiitii Haramaayaa en_US
dc.title SIRBA FUUDHAAFI HEERUMAA:ILAALCHA KOORNIYAA OROMOOTIIN XIINXALUU, ZOONII GUJII BAHAA, AANAA GOOROO-DOOLAATTI. en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search HU-IR System


Advanced Search

Browse

My Account