Abdallaa Muhaammadiitiin, Biiftuu; Amaan, (PhD) Jeeylaan; Bayyanaa, (PhD) Imaanaa
(Haramaya university, 2020-09)
Qorannoon kun Amaltoltummaa Haasawa Afaan Oromoo keessatti hawaasni Aanaa Habroo Magaalaa Galamsoo fayyadamu ibsuu irratti kan xiyyeeffateedha. Ka’uumsi qorannoo kanaa inni guddaan xiinqooqa Afaan Oromoo keessatti dhimmi ...