Abdullaahi, Aliyyii(MSc)
(2021-05)
Qorannoon kun mata duree, Xiinxala Qabiyyee Sirba Heellee: Oromoo Harargee
bulchiinsa magaalaa Dirree Dhawaa qaacceessuurratti kan xiyyeeffateedha. Kaayyoon
qorannoo kanaa afoolli sirba heellee kan hawaasni afaaniin ...