Bayyanaa Garbiitiin, Balaay; Bayyanaa, Dr. Imaanaa; Baldaa nuffii, piroof. Fiqaaduu
(Haramaya University, 2018-12)
Qorannoon kun qaaccessa qabiyyee geerarsa qeeqaa Oromoo Maccaa Aanaa Limmuu irratti xiyyeeffata. Kaayyoon gooroo qorannoo kanaas geerarsa qeeqaa Oromoo Aanaa Limmuu qaaccessuun dhaloota dhufuuf dabarsuudha. Qorannoon kun ...