Ahmad, Naasir; Baldaafi gorsaa, Fiqaaduu; Amaan, Dr. Jeylaan
(Haramaya University, 2018-12)
Kaayyoon qorannoo kanaa inni jalqabaa Moggaasa Maqaa Gandootaafi iddoowwanii Magaalaa Dirree Dhawaa xiinxaluun qubannaa ummataa eeruudha. Qorannoo kanas galmaan ga’uuf gosti qorannoo filatame qorannoo akkamtaati. Malli ...