Bayyanaa Baqqalaa, Shimallis; Bayyanaa (PhD), Imaanaa; Amaan (PhD), Jeyilaan
(Haramaya University, 2019-05)
Qorannoon kun hojiirra oolmaa Afaan Oromoo barnoota idileen duraa keessatti sakatta’uudha. Qorannichi kan adeemsifame manneen barnootaa mootummaa naannoo Oromiyaa, Godina Baalee, bulchiinsa magaalaa Gindhiir keessaa mana ...