Dhugaasaa Sheeqqataa, Geetaachoo; Bayyanaafi, Dr. Imaanaa; Amaan, Dr. Jeeylaan
(Yuunivarsiitii Haramaayaa, 2018-03)
Qorannoo kun Qaacceessa Faaruu Waaqeeffannaa Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Sooddoo Daaccii irratti kan xiyyeeffate yoo ta’u kaayyoon isaa inni gooroofaaruu Waaqeffannaa galumsa raawwii amantichaa keessatti funaanuu, ...