Bayyanaatiif, Dr. Imaanaa; Bayyanaa, Dr. Imaanaa; Baldaa, Fiqaaduu
(Haramaya University, 2018-12)
Qorannoon kun kan gaggeeffame “Dhiibbaa Ammayyummaan Huccuu Aadaa Dubartii Harargee Aanaa Dirree Xayyaaraa irratti qabu” jedhurrattidha. Kaayyon qorannoo kanaa dhiibbaa ammayyummaan huccuu aadaa oromoo dubartii harargee ...