Hiriirsaa Jamaal Ahimad; Jeeyilaan Amaan (PhD); Fiqaaduu Baldaa (Ass. Prof.)
(Haramaya University, 2023-06)
Qorannoon kun qaaccessa sirboota warraaqsaa Oromoo bara 2020 isaan filatamanii
irratti xiinxala qabiyyeewwaniifi ergaalee taasisuu irratti xiyyeeffata. Kaayyoon
qorannoo kanaa sirboonni warraaqsaa Oromoo filatamanii ...