Lammaa Badhaanee, Shaanbal; Baldaa, Fiqaaduu
(Haramaya University, 2018-04)
Qorannoon kun mataduree “Qaaccessa sirboota ayyaana masqalaa haalaafi yoomessa
keessatti: hafeefi koorniyaa, Godina Arsii Aanaa Balee Gasgaaritti” gaggeeffame.
Qorannoon kun duudhaa hawaasaa kan ta’e sirba ayyaana masqalaa ...