Margaa., Dachaasaa; Abdoo, Muhaammad
(Yuunivarsiitii Haramaayaa, 2018-04)
Qorannoon kun mata duree “sirba fuudhaafi heerumaa” jedhu irratti Godina Gujii Bahaa Aanaa Gooroo-Doolaatti geggeeffame.Ka’umsi Qorannoo kanaas safuu hawaasaafi haala jiruufi jireenyaa barsiisuu keessatti dagatamaa deemuu ...