Bayaan Mahammad Yuusuf; Mr: Garramuu Caalaa; Mr: Mohammed Abdoo
(Haramaya University, 2023)
Kaayyoon gooroo qorannoo kanaas, mala baruuf barsiisuu marii gareetti barsiisonni Afaan
Oromoo mana barumsaa Fadis Bokkoo Sadarkaa 2ffaa kutaa 9ffaa barsiisan hammam akka itti
fayyadamanii barsiisaa jiran xiinxaluudha. ...