Mul’ataa Iddoosaa, Nagaash
(Haramaya University, 2018-03)
Qorannoon kun qaaccessa itti fayyadama sirna barreeffama Afaan Oromoo gabaasa waajjiraale Mootummaa Magaalaa Sabbataa irratti xiyyeeffatatamee kan qoratameedha. Kaayyoon isaatis hanqinaalee barreeffama Afaan Oromoo gabaasa ...