Tasammaa Bayyanaa, Maqoyyaa
(Yuunivarsiitii Haramaayaa, 2022)
Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa iiti fayyadama malleen dubbii asoosama ‘Imaanaa Imaltuu’
yeroo dhiyootti bara 2018 maxanfamee dubbisaa bira gahe qaacessuudha. Itti fayyadama dubbii
qolaa ilaalchisee qorannoowwan ...