Usmaan Muussaa, Mohammad-kamaal
(Yuunivarsitii Haramaayaa,, 2021-12)
Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa qabiyyeewwan afwalaloo dikkoo Godina Harargee Bahaa Aanaa
Gurawaa xiinxaluudha.Qorannoon kun kan barbaachiseef dhaloonni har’a waa’ee afwalaloo
dikkoo hin beekne hojii qorannoo kanaan ...