Gaamshuu Bookaa, Abrahaam; Baldaa, (MA) Fiqaaduu; Amaan, (PhD) Jeeylaan
(Haramaya university, 2019-06)
Qorannoon kun kan adeemsifame qaaccessa adeemsa sirna kabaja ayyaana irreechaa Awaash Malkaa Qunxurree irratti yoo ta’u, kabaja ayyaanichaa caalumattiguddisuu fi eegumsa taasisuun hojii bu’uura qorannoo kanaati.Kaayyoon ...