MAMMAAKSOTA DHIMMOOTA JAARSUMMAAFI ARAARAA KEESSATTI: GODINA ARSII AANAA HEEXOSAA

Show simple item record

dc.contributor.author Damissee Kabbadaa, Gannanaa
dc.contributor.author Abdoo, (garg prof) Mohammad
dc.date.accessioned 2021-04-15T03:41:11Z
dc.date.available 2021-04-15T03:41:11Z
dc.date.issued 2020-08
dc.identifier.uri http://localhost:8080/xmlui/handle/123456789/3605
dc.description 76p. en_US
dc.description.abstract Qorannoon kun mata-duree “Mammaaksota dhimmoota jaarsummaafi araaraa keessatti” jedhurratti kan gaggeeffameedha. Kaayyoon qorannoo kanaa, mammaaksota jaarsummaa keessatti dhimmi itti bahamu funaanun qaaccessuudha. Qorannoon kun qorannoo akkamtaa waan ta’eef mala ibsaatiin kan dalagameedha. Maddi ragaa qorannoo kanaa madda ragaa tokkoffaafi madda ragaa lammaffaa yoo ta’u, akka madda ragaa tokkooffaatti maanguddoota waa’ee mammaaksaa irratti beekumsaa gahaa qabaniif dubbii jaarsummaa keessatti hirmaatan irraa kan funaanameedha. Akka madda ragaa lammaaffatti ammoo, harshammeewwan dhimmoota mammaaksaa irratti barreeffamanii jiran funaanudhaan odeeffannoon kan irraa argameedha. Meeshaleen odeeffannoon ittin funaaname mala afgaaffiif sakatta’a harshammeewwaniiti. Malli iddatteessuu hojiirra oole miti carraa yoo ta’u, mala miti-carraa keessaa mala iyyaafataatu dhimma bahame. Malli xiinxala ragaalee odeeffannoo argaman jechootatti fayyadamuudhaan karaa barreeffamaan kan qaacceffamaniidha. Ragaaleen karaa garagaraatin walitti qabaman qabiyyeen, ergaafi faayidaalee isaanitiin kan xiinxalamaniidha. Cuunfaa, argannoofi yaadni furmaataa qorannoo kanaa guutummaatti boqonnaa 4ffaa keessatti wantoota argaman irratti kan xiyyeffateedha en_US
dc.description.sponsorship Haramaya University en_US
dc.language.iso en en_US
dc.publisher Haramaya university en_US
dc.title MAMMAAKSOTA DHIMMOOTA JAARSUMMAAFI ARAARAA KEESSATTI: GODINA ARSII AANAA HEEXOSAA en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search HU-IR System


Advanced Search

Browse

My Account