XIINXALA EEBBAAFIKADHANNAAOROMOOARSII, AANAA ANCAAR

Show simple item record

dc.contributor.author DaadhiiAmbootii, Husseen
dc.contributor.author Bayyanaa, (PhD) Imaanaa
dc.contributor.author Amaan, (PhD) Jeeylaan
dc.date.accessioned 2021-11-03T06:53:27Z
dc.date.available 2021-11-03T06:53:27Z
dc.date.issued 2020-05
dc.identifier.uri http://localhost:8080/xmlui/handle/123456789/4493
dc.description 127p. en_US
dc.description.abstract KaaayyoongoorooqorannookanaaeebbaafikadhannaaOromooArsiiGodina HarargeeLixaaAanaaAncaarxiinxalurrattixiyyeffate.Qorannichakeessattigosti qorannoo ibsaa kan dhimma ba’ame yoo ta’u madda ragaa tokkoffaarraa ragaaleen argamee jira. Haaluma kanaan,jamaan qornnichaa wayyuulefi hayyuulee ArsiiAanichaafiogeeyyiiWaajjira AadaafiTuurizimiiyemmuu ta’u namootni27,dhiirri17fidubartiin 10’n Iddatteessuu kaayyoofiiyyaafannoo dhimmaba’ameeargamaniirraaragaanfunaanamejira.Afgaaffii,daawwannaafi mariin garee xiyyeeffannoo meeshaalee funaansa ragaalee qorannichaati. Ragaaleefunaanamanhaalawalfakkeenyaaisaanitiindhiyaatinaaleesanyabsaafi haalawaabu’uureeffachuunmalaakkamtaatinxiinxalamaniiru.Xiinxalakanaanis, tokkummaafigaraagarummaa,ademsa,galumsaeebbaafikadhannaaakkasuma, sadarkaaeebbaafikadhannaanyerooammaairrattiargamufihubannoonhawaasa ibsamaniiru.Argannoon qorannoo kanaa:eebbaafikadhannaan miira amantii qabaachuntokkummaaqabaatanisgaraagarummaaakkaqabanbekkaameera; adeemsieebbaafikadhannaa gochoota dursaafibattalattijalqabaa hanga dhumattisirnaeebbaafikadhannaakeessattiraawwatamuuta’uusaa;galumsi raawwiieebbaafikadhannaa Oromoo ArsiiAanaa Ancaarkan manaafialatti raawwatamuta’eeaadaafiduudhaauummatichaaibsuufhumnacimaaqabaachuu; akaakuuwwan gosoota eebbaafikadhannaa ulaagaalee qoqqooddiiogafaanii kanneenakkaqabiyyee,waltajjii,raawwiifita’iiwwaniinqoodamusaa;Akkasumas, eebbaafikadhanaanyerooammaa haaladuraanOromoondhimmaittiba’aa tureenkanhinjirreta’uufihawaasakeessattiwaanOromoofiwaanormaaaddaan baasaniibeekuudhabuunnamootamuraasabirrattikanmul’atuta’uusaati.Akka furmaatatti,eebbaafikadhannaanmiidhaginatokkummaafigaraagarummaasaanii bifaeegeenwalfaanailaalamuungaariidha.Haalafigochaaleenadeemsaeebbaafi kadhannaa duraafi battalatti qophaa’an kanneen akka ulfoowwan aadaa, meeshaalee battalaa,dhangaafimijuun sirnaan qoratamee olkaa’amuu qaba. GalumsisirnaeebbaafikadhannaaOromooArsiiAncaaraadaa,duudhaafihooda uummata Oromoo baasaniimul'isuufhumna cimaa akka qabaatan gochuuf hirmaatotni raawwii sirnichaa ayyaantuu, maanguddoo, haadholii siinqee, sabbaartotniduudhaajajjabeessuurratinihojjatu.Akaakuuwwangosootaeebbaafi kadhannaaulaagaaleeogafaanqoqqoodamuunkanneenakkaqabiyyee,waltajjii, raawwiifita’iiwwaniin qoodamaniiakka ka’umsattiqorannoo kanaan waan kaa’amaniifnamootnigarafuuladuraairrattihojjetanulaagaleebirooittidabaluun osoo qorataniigaariita’a.Dhiibbaa aadaafiamantaalee ambaafisaayinsiifi teeknolojiineebbaafikadhannaarraga’aajirukanadhaloonnisi’anaaegereeisaatif kunuunfachuuakkadanda'uWaajjirriAadaafiTuurizimiiwayyuuleefihayyuulee dhimmakanarrattibeekumsaafimuuxannooqabanfaanaosoohojjatee. en_US
dc.description.sponsorship Haramaya University en_US
dc.language.iso en en_US
dc.publisher Haramaya university en_US
dc.title XIINXALA EEBBAAFIKADHANNAAOROMOOARSII, AANAA ANCAAR en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search HU-IR System


Advanced Search

Browse

My Account