Tasfaayee Balaay, Baayyuu; Abdoo, ( Gar. Piroff.) Mohaammad; Amaan, (PhD) Jeeyilaan
(Haramaya university, 2021-06)
Dhimmi ijoon qorannoo kanaa meeshaalee aadaa Oromoo kanneen Godina Arsii, aanaa Diksiisiti nyaatafi dhugaatii keessatti tajaajila kennan sakatta’uu irratti xiyyeefata.Qorataan qorannoo kana gaggeessuuf kan isa kakaase: ...