Damee Moggaasaa, Caalaa; Amaaniif, Dr. Jeeylaan; Baldaafi, Fiqaaduu
(Haramaya University, 2019-11)
Qorannoon kun qabiyyee ogafaanii kitaabilee barataa barnoota Afaan Oromoo Sadarkaa
Lammaffaafi Qophaa’inaa keessatti argaman qaaccessuu irratti kan fuulleffateedha. Ka’umsi
qorannichaas qabiyyeewwan ogafaanii kitaabilee ...