Katamaa Toleeraa Birruu; Dr. Jeeylaan Amaaniifi; Fiqaaduu Baldaa
(Haramaya University, 2015-06)
Kaayyoon qorannoo kanaa, Faaruu Ateetee Oromoo Tuulamaa Aanaa Kuyyuu: Ija Hawaas-aadaatin qaaccessuu irratti xiyyeeffate. Faaruun duudhaa hawaasichaa ta’e kun dagatamaa dhufee jira. Fakkeenyaaf, yeroo ammaa dubartoonni ...