Milkeessaa Xuurii, Ifaa; Abdoo, (Pirofe gargaa) Muhaammad; Bayyanaa, (PhD) Imaanaa
(Haramaya university, 2020-02)
Qorannoon kun xiinxala yaadayoodalagaalee barreessuu kitaaba barataaa barnoota Afaan Oromoo kutaa 11ffaairratti xiyyeeffate.Qorannicha keessatti, mala qorannoo walmakaatti dhimma bahame. Malli ragaaleen ittiin funaanaman ...