Oromoo Literature
Login
HrU-IR Home
→
College of Social Sciences and Humanities
→
Oromoo Literature
JavaScript is disabled for your browser. Some features of this site may not work without it.
Oromoo Literature
Browse by
By Issue Date
Authors
Titles
Subjects
Search within this community and its collections:
Collections in this community
Oromoo Literature
Recent Submissions
Gaheewwan Sirboonni Hojii Oromoo Harargee Sonootaafi Naamusa Barsiisuu Keessatti Qaban: Darassiifi Dikkoo Irratti kan Xiyyeeffate
Abdurahamaan Muummee Usmaan
;
piroof Garramaaw Caalaa
;
Dr. Imaanaa Bayyanaa
(
Haramaya University
,
2024-08
)
Durarratti Rabbii kiyya kan na uumee na jiraachisee asiin nagaheef Alhamdulillaah jechuun barbaada. Itti aansuun, gorsitoota koo kan hifannaa tokko malee beekumsaafi muuxannoo qaban osoo hin qusatin yeroo isaanii aarsaa ...
QAACCESSA WALALOOWWAN DANDEETTIIWWAN AFAANII BARSIISUU KEESSATTI: KITAABA BARATAA BARNOOTA AFAAN OROMOO KUTAA 9FFAA FI 10FFAA
Yoonaas Mulaatuu
;
(Gargaara Pirof) Muhammad Abdoo
;
(PhD) Imaanaa Bayyanaa
(
Haramaya University
,
2022-05
)
Mata dureen qorannoo kanaa, “Qaaccessa Walaloowwan dandeettiwwan afaanii barsiisuu keessatti xiinxaluu yommuu ta’u, qorannichi kitaaba barataa barnoota Afaan Oromoo kutaalee saglaffaa fi kurnaffaa jiran irratti ...
QAACCESSA FAARUU ATEETEE OROMOO TUULAMAA AANAA KUYYUU: IJA HAWAAS-AADAATIN
Katamaa Toleeraa Birruu
;
Dr. Jeeylaan Amaaniifi
;
Fiqaaduu Baldaa
(
Haramaya University
,
2015-06
)
Kaayyoon qorannoo kanaa, Faaruu Ateetee Oromoo Tuulamaa Aanaa Kuyyuu: Ija Hawaas-aadaatin qaaccessuu irratti xiyyeeffate. Faaruun duudhaa hawaasichaa ta’e kun dagatamaa dhufee jira. Fakkeenyaaf, yeroo ammaa dubartoonni ...
GAHEE ASOOSAMNI DANDEETTII DUBBISUU BARSIISUU KEESSATTI QABU: KITAABA BARNOOTA AFAAN OROMOO KUTAA KURNAFFAA IRRATTI KAN XIYYEEFFATE
Caaltuu Tarrafaa Dhabbasaa
;
Mohaammed Abdoo
;
Dr.Jeylaan Amaaniif
(
Haramaya University
,
2020-08
)
Qorannoon kun kan inni irratti xiyyeeffate Gahee Asoosamni Dandeettii Dubbisuu Barsiisuu keessatti qabu: Kitaaba Barnoota Afaan Oromoo Kutaa kurnaffaa irrattidha. Kaayyoon isaas bu’aa Asoosamaan dandeettii dubbisuu ...
HARIIROO NAMAAFI UUMAMA BIROO OGAFAAN SEENEFFAMAA OROMOO ITUU KEESSATTI: XIINXALA QEEQA UUMAMAATIIN
Hambisaa Sanbatoo Warquu
(
Haramaya University
,
2023-11
)
Qorannoon kun hariiroo namaafi uumama biroo ogafaan seeneffamaa Oromoo Ituu keessati ija qeeqa uumamaatiin jedhurratti kan gaggeeffamedha. Sababoonni ka’umsa qorannoo kanaas, ogafaan seeneffamaa hariiroo namaafi uumama ...
XIINXALA QABIYYEEFI TAJAAJILA SIRBOOTA GAA’ELAA OROMOO HARARGEE, AANAA BADDANOO: HEELLEE FI HEELLAMAA IRRATTI XIYYEEFFACHUUN
Aliyyii Abraahim Aammad
(
Haramaya University
,
2022-08
)
Qorannoon kun xiinxala qabiyyeefi tajaajila sirboota gaa’elaa oromooharargee, Aanaa Baddannoo: Heelleefi Heellamaairratti xiyyeeffachuun gaggeeffame.Kaayyoon ijoo qorannichaaqabiyyeewwansirboota gaa’elaa oromoo harargee, ...
XIINXALA NYAATA AADAA OROMOO ARSII: SHAAFFEE FI DARAQOOTA AANAA MARTIITTI
FU’AAD KADIIR FAQII
(
Haramaya University
,
2016-11
)
Mata dureen qorannoo kanaa, “Xiinxala Nyaata Aadaa Oromoo Arsii : Shaaffee fi Daraqoota Aanaa Martiitti” kan jedhuudha. Mata duree kana akkan filadhuuf kan na kakaase: Yeroo ammaa kanatti wantoonni nyaanni aadaa Shaaffee ...
QAACCESSA AFWALALOOWWAN OROMOO KUNUUNSA NAANNOO JAJJABEESSAN: BULCHINSAA MOOTUMMAA NAANNOO UUMMATAA HARARII AANAA SOOFII IRRATTI XIYYEEFFACHUUN
Firoomsaa Toleeraatiin
;
Imaanaa Bayyanaa (PhD)
;
Fiqaaduu Baldaa
(
Haramaya University
,
2023-06
)
Qorannoon kun dhimma qaaccessa afwalaloowwan Oromoo kunuunsa naannoo jajjabeessan kan Aanaa Soofii irratti xiyyeeffachuun kan dhiyeessedha. Kaayyoon gooroo qorannichaa qaaccessa afwalaloowwan Oromoo kunuunsa naannoo ...
GAHEEWWAN HIIBBOON DANDEETTIIWWAN XIINXALUU DAA’IMMANII GUDDISUU KEESSATTI QABU: BARNOOTA IDILEE SADARAA 1FFAA (1-4) BULCHIINSA MAGAALAA DIRREE DHAWAATTI
Tamiimaa Mahaammad Ibroo
;
Imaanaa Bayyanaa (phd)
;
Mahaammad Abdoo (Ass. prof)
(
Haramaya university
,
2021
)
Qorannoon kun mata duree Gahee hiibboon sammuu daa’immanii gabbisuu keessatti qabu barnoota idilee (1-4) keessatti sakatta’uun xiixaluu irratti xiyyeeeffata. Kaayyoon Gooroo qoranichaas gahee hiibboon sammuu daa’immanii ...
KOLLEEJJII SAAYINSIIWWAN HAWAASAA FI NAMUMMAATTI MUUMMEE AFAAN OROMOO, OGUMAA FI QUNNAMTII
Ajjamaa Baayisaa Dameetiin
(
Haramaya university
,
2022
)
Qorannoon kun himoo sirna awwaalchaagodina shawaa lixaa aanaa liiban jaawwiirratti jedhurratti. Kaayyoon qorannichaa xiinxala afwalaloo dhaadanii himuu ta’ee, kaayyoo kana galmaan ga’uuf maddi ragaa qorannoo kanaaf ...
QAACCESSA SIRBA LAKKOO HAALA RAAWWII GAA’ILA OROMOO ITUU AANAA HABROO KEESSATTI
Yessuyyee Mindaayee, Balaayinesh
;
Dr. Imaanaa Bayyanaafi
(
Haramaya university
,
2021-06
)
Qorannoon kun Qaaccessa Ergaafi Qabiyyee Sirba Lakkoo Oromoo Ituu Godina Haragee Lixaa Aanaa Habroo ibsuu irratti xiyyeeffata. Kanumaan walqabatee hanga ammaatti qoran noon qaaccessa sirba lakkoo raawwii gaa’ela Oromoo ...
XIINXALA HIBBOO OROMOO AFRAN QALLOO IJA QOR-BARNOOTAATIIN: BARNOOTA AL-IDILEE KEESSATTI
Dammituu Tolaa Atoomsaatiin
;
Imaanaa Bayyanaa (PhD
;
Jeelaan Amaan (PhD)
(
Haramaya University
,
2023-04
)
Qorannoo kana geggeessuu keessatti malli akkamtaa hojiirra ooleera. Hirmaattonni qorannoo kanaas maanguddoota aadaa hawaasichaa wajjin wal beekan, ijoollee/Daa’imman dhiiraafi shamarran, barsiisota afaan Oromoo manneen ...
QAACCESSA GAHEEWWAN DURDURIIN DHIMMOOTA HAWAASAA IBSUU KEESSATTI QABAN: GODINA ARSII AANAA DIGALUU FI XIIJOO IRRATTI KAN XIYYEEFFATE
Laaqach Anbassuu Taaddasaa
(
Yuunivarsiitii Haramaayaa
,
2022-02
)
Qorannoon kun gaheewwan durduriin dhimmoota hawaasaa ibsuu irratti qaban Godina Arsii Aanaa Digaluuf Xiijoo keessaa funaanuun qaaccessuurratti xiyyeeffate. Kaayyoo qorannichaa galmaan gahuuf mala iddattoo miti carraa ...
GAHEEWWAN DUBBIIWWAN QOLAA BARNOOTA AFAAN OROMOO KUTAA 9FFAAFI 10FFAA KEESSATTI
Likkituu Zawudee Lamuutiin
(
Yuunivarsiitii Haramaayaa
,
2021-11
)
Qoraannoon kun gaheewwan dubbii qolaa kitaabota barataa barnoota Afaan Oromoo kutaa 9ffaafi 10ffaa keessatti qabu xiinxaluudha.Dubbiin qolaa kitaabilee filaataman keessatti xiyyeefaana keenameef xiiqadha.Kun immoo ...
QAACCESSA SIRBOOTA ARRABSOO GAA’ELAA OROMOO MACCAA AANAA HORROO
Insarmuu Waaqjiraa Ada
;
Dr.Jeeylaan Amaaniifi
;
(Ass.Per.)f galannikoo guddaadha
(
Haramaya University
,
2021-12
)
Qorannoon kun mata duree qaaccessa sirba arrabsoo gaa‟elaa”jedhu irratti kan gaggeeffame yoo ta‟u, bakki itti gaggeeffame immoo Oromoo Maccaa Aanaa Horrootti.Sirbi arrabsoo gaa‟elaa safuu hawaasaa, amala gadhee ...
XIINXALA WEELLUU BUXXUULAA OROMOO ARSII AANAA QOREE
Ijaaroo Dammishuu
(
Yuunibarsiitii Haramaayaa
,
2022-05
)
Kaayyoon qorannoo kanaa weelluu buxxuulaa xiinxaluudhaan dhaloota dhufufuuf bifa barreeffamaatiin olkaahuudha. Mata duree kanarratti qorannoon kun akka gaggeeffamuuf ka’umsa kan ta’ e, weelluun buxxuulaa afaaniin darbuun ...
QAACCESSA HANQINA BARREEFFAMA BARJAALEE MAGAALAA ROOBEE: GODINA ARSII AANAA ROOBEETTI
Ashabbir Makonnin Lammaa
;
Ashabbir Makonnin
(
Yuunivarsiitii Haaramaayaa, Haaramaayaa
,
2022-05
)
Qorannoon kun kan irratti xiyyeeffatu Qaaccessa Barreeffama Barjaalee Magaalaa Roobee irratt ta’a. Kaayyoon qorannichaas hanqinaalee barreeffama barjaalee keessatti mul’atan qaaccessuun sirreessuudha. Kaayyoo qoranichaa ...
XIINXALA SIRBOOTA QEEXALAA GADAA OROMOO GUJII: AANAA ARDAA JILAA
Dabalaa Gurmeessaa
;
Fiqaaduu Baldaa (Gar. Piroof)
;
Garramewu Caalaa (Gar. Piroof)
(
Haramaya University
,
2022-11
)
Qeexalaan gosa sirba aadaa Oromoo Gujii yoomessa mataa isaa keessatti sirbamudha. Isaanis: yeroo waraanaa, yeroo araaraafi yeroo jila Gadaati. Sirbootni kunnin gulantaalee bulchiinsa Gadaa Gujii keessatti bichinaafi ...
XIINXALA DHIYEESSA GAALEEWWAN II KITAABA BARNOOTA AFAAN OROMOO KUTAA 11FFAA
Taammiruu Addunyaa Jiraa
;
piroof Mohaammad Abdoof
(
Haramaayaa, Haramaayaa
,
2022-05
)
Kaayyoon gooroo, qorannoon kun gaaleewwan kitaaba barnoota Afaan Oromoo kutaa 11ffaa keessatti argamu ibsuufi xiinxaluudha. Haala dhiyeessa gaalee kitaaba barnootaa kutaa 11ffaa xiinxaluun fooyya’iinsa baruufii barsiisuu ...
SAKATTA’A FI XIINXALA HOJIIRRAA OOLMAA MALA BARUUF BARSIISUU BARATAA GIDDUU GALEESSA GODHATE: MANA BARUMSAA BAATEE SADARKAA 2 FFAA AFAAN OROMOO KUTAA 9 FFAA IRRATTI XIYYEEFFACHUUN
Habtaamuu Lataa Gosh
;
Fiqaduu Baldaa (Piroof)
;
Jeyilaan Amaan (PhD)
(
Yuunivarsiitii Haramaayaa, Haramaayaa
,
2022-08
)
Kaayyoon qorannoo kanaa adeemsa baruu barsiisuu keessatti Sakatta’udhafi Xiinxaludhaan hojiirra oolmaa mala baruuf barsiisuu barataa gidduu galeessa godhate Sakatta’udha. Haaluma kanaan Mana Barumsaa Baatee Sadarkaa Lammaf ...
View more
Search HU-IR System
Search HU-IR System
This Community
Advanced Search
Browse
All of HU-IR System
Communities & Collections
By Issue Date
Authors
Titles
Subjects
This Community
By Issue Date
Authors
Titles
Subjects
My Account
Login
Register
Discover
Author
Bayyanaa, (PhD) Imaanaa (3)
Amaan, Jeyilaan(PhD) (2)
Fiqaaduu Baldaa (2)
Gaanfuree Dhuunfaa, Dachaasaa (2)
Milkeessaa Xuurii, Ifaa (2)
(Ass.Per.)f galannikoo guddaadha (1)
(Gargaara Pirof) Muhammad Abdoo (1)
(PhD) Imaanaa Bayyanaa (1)
Aammee Umar, Abdallaa (1)
Abdallaa Muhaammadiitiin, Biiftuu (1)
... View More
Subject
Hariiroo, namaa fi uumama, ogafaan, seeneffama, Oromoo (1)
Systems of nonlinear equation, Steffensen type method, divided difference, Taylor series, Order of convergence and Computational efficiency (1)
... View More
Date Issued
2020 - 2024 (30)
2013 - 2019 (4)
Has File(s)
Yes (36)
RSS Feeds
RSS 1.0
RSS 2.0
Atom